Loading...

VOA Afaan Oromoo: Walgahiif Waayiit Hawusitti Waamamnee Turre

32,066 views

Loading...

Loading...

Loading...

Rating is available when the video has been rented.
This feature is not available right now. Please try again later.
Published on May 13, 2012

Qopheessaa Jaallannee Gammadaa | Washington, DC

Jaarmayonni Hawaasaalee adda addaa kanneen naannoo Waashiington DiIsii-tti argaman baatii kana keessa walgahiif bulchiinsa prezidaant Baraak Obamaan Waamauu isaanii ibsamee jira.

Kanneen keessaa tokko jaarmayaa hawaasa Oromoo kan naannoo Diisii tokko ta'uu kan ibsan Obbo xaggaayee Galgaluu walgahiin gaggeefamees waa'ee sagantaalee fi imaammata bulchiinsa prezidaant Obamaa irratti ture jedhan.

Gama kaaniin baatii sadaasa darbe bulchiinsi magaalaa waashiingtoon Disii jiloota isaa gara waajiira jaarmayaa hawaasa Oromootti Diisiitti ergee walgahiin gaggeeffamu Obbo Xaggaayeen Ibsaniiru.

Loading...

When autoplay is enabled, a suggested video will automatically play next.

Up next


to add this to Watch Later

Add to

Loading playlists...