NEW OROMOO MUSIC
Uploader Comments (garjjoo)
All Comments (29)
-
das ist ein sehr schönes lied wir wünsch auch freiheit für Oromo
-
das ist ein sehr schönes lied wir wünschen auch Frreiheit für Oromo
-
caalchisa
im crying...
Hirpa .....great job,Good to see u again and we are proud of u.
-
Aboo akkamitti namatti tolaa wow
-
sirrii dha Hirphaa, hundii keenya iyyuu sii qofaa miti akka rabbiif jirraa malee akka namaaf miti, sirbii kee nama hadhaa isaa irraa addaa ba'ee jiruu ni bosiisaam, jabadhuu ilmaa oromoo.
umrii siif haa kennuu, kan hafee akka atii nuf dabaltuuf
-
bayee natti tolle, galatomii. Sirba birra ilee idaii!
-
Ayyoo kooo!!!!!! Wallee kee kuun gara nama nyaatti dhugaa. sagalee kiloolee qabda nujiradhuu heeddu galatoomi
-
Abboo malii senan akkan kan nama gamachisu, kann biyyyaaffii wara nama yadachisuu.ittii fufii sirbi kee bayee bareda. Akasumass yaadda kee Rabbii si'haa gutu."love Biftuu"
-
Great comeback song! You did a good job. You’re so talented; your voice is so sweet, powerful and touching. You are like a symbol of hope for us, the Oromos.
hi aboo sirbii kunii gutumati biyaa sirbaa bareedadhaa...
garuu clipni wanaa toko seena sirbaa hini ibisuu. maloo iraa dhebihii clip kanaa sireesii. mali garuu sibii akkanatii bareedu wowwwwwwwww jabaduu
oromia22 1 year ago
yaada keef galatoomi irratti hojatama jira
garjjoo 1 year ago