Asi miti dhumnii koo biyyan qaba
Manni koo oliidha si'achii deema
Ijji kan hin ilaalle gurriis kan hin dhageenye
Gooftaan warra jaallatuuf kan qopheesse
Goonfo ulfina koo daqeen fuudha
Eebbi koo achii dha kanan beeka!
Gooftaa jireenyii koo harka kee keessa jira! Merti Dula Farfattuu Waldaa Kiristiyaanaa Oromoo Portland Oregon 2009!
Link to this comment:
All Comments (0)