oromiya

Loading...

Sign in or sign up now!
Alert icon
Upgrade to the latest Flash Player for improved playback performance. Upgrade now or more info.
3,258
Loading...
Alert icon
Sign in or sign up now!
Alert icon

Uploaded by on Feb 18, 2009

oromiya shall be free!

Category:

News & Politics

Tags:

License:

Standard YouTube License

  • likes, 0 dislikes

Link to this comment:

Share to:

Uploader Comments (atabaa)

  • "Ollaan akkam bultee beeka akka itti bule abbatuu beka." wal qabna fi wal dhabnaa alagaan quba nu hin qabu yoo nuti alaaf wal kennine malee. "harreen dhiitus ilkaan walii hin cabsitu jedhamaamitii?" kanafuu hamma feenellee wal dhabnu walitti deebi'uun keenna hin oolu.

  • biyya ambaa keessa alaabaa waliif gad urgufte yoomiyyu hin bilisoomtu

  • Dhugaa keeti, garuu eegalli kana irraa tahuu isaa hubatta?

    yeroo ufbeysiste namni si beeka mitii?

    Qabsoon bifa adda addaatiin dufti garuu inni barbaachisaan rasaasaan. 2ffaa imoo gargarsa malaqaa(horii) dhaan sochii qabsoo kan garagaraa gargaarudhaan. 3ffaa Ufbeysistee namni enyumaa keetifii rakkina kee beysisuun qabsoo bifa addaati natti fakaata. MANDIICOM mee at maal jetta? chal jenne haatennuree?

see all

All Comments (2)

Sign In or Sign Up now to post a comment!
  • Yaada kee aniyyuu nan deeggaraa ,garuu osoo har'aa kana gotoonni oromoo qabsoo oromoof jecha lubbu isaani wareegaman osoo ka'uun ni dnda'ama ta'ee maal jedhu yeroo oromoon bu'a, Gandaan fi kkf dhaan wal nyaacha jiru maal jedhu jetta.Ormii nu baruun gaarii dha garuu nuyyi duraa tokkummaa uumnaa maaloo

Loading...
Alert icon
0 / 00Unsaved Playlist Return to active list
    1. Your queue is empty. Add videos to your queue using this button:
      or sign in to load a different list.
    Loading...Loading...Saving...
    • Clear all videos from this list
    • Learn more