Great comeback song! You did a good job. You’re so talented; your voice is so sweet, powerful and touching. You are like a symbol of hope for us, the Oromos.
Oh My God, Hirpa Ganfure is back. Good job Ganfure ilma Oromoo. Maaloo kottu gara US si barbaanna goota Oromoo. You are always best Hirpa Love you so much
das ist ein sehr schönes lied wir wünsch auch freiheit für Oromo
TheRobitti 5 months ago
das ist ein sehr schönes lied wir wünschen auch Frreiheit für Oromo
TheRobitti 5 months ago
caalchisa
im crying...
Hirpa .....great job,Good to see u again and we are proud of u.
tinsaie 7 months ago
Aboo akkamitti namatti tolaa wow
Yeambolij 7 months ago
This has been flagged as spam show
it's very nice song I like it.
thx.
SuperOromiyaa 8 months ago
sirrii dha Hirphaa, hundii keenya iyyuu sii qofaa miti akka rabbiif jirraa malee akka namaaf miti, sirbii kee nama hadhaa isaa irraa addaa ba'ee jiruu ni bosiisaam, jabadhuu ilmaa oromoo.
umrii siif haa kennuu, kan hafee akka atii nuf dabaltuuf
tonytorora 9 months ago
bayee natti tolle, galatomii. Sirba birra ilee idaii!
mesi630 9 months ago
Ayyoo kooo!!!!!! Wallee kee kuun gara nama nyaatti dhugaa. sagalee kiloolee qabda nujiradhuu heeddu galatoomi
wallaggaa 11 months ago
Abboo malii senan akkan kan nama gamachisu, kann biyyyaaffii wara nama yadachisuu.ittii fufii sirbi kee bayee bareda. Akasumass yaadda kee Rabbii si'haa gutu."love Biftuu"
curlyheadedgeekful 11 months ago
Great comeback song! You did a good job. You’re so talented; your voice is so sweet, powerful and touching. You are like a symbol of hope for us, the Oromos.
Birad1 1 year ago
This has been flagged as spam show
Yaa Ilma Gaanfurree Hirphaa Obboleessa Koo,
Walleen kee miidhagaan na raase garaa Koo,
Qalbiin na godaanse na nyaate keessa Koo,
Ulfaadhuu naaf buli yaa tiruu qomoo Koo,
Siif kennee fudhadhu jaalala Oromummaa Koo!!
OROMHORO11 1 year ago
Comment removed
OROMHORO11 1 year ago
Comment removed
OROMHORO11 1 year ago
Yaa Ilma Gaanfurree Hirphaa Obboleessa koo,
Walleen kee midhagaan na raase garaa koo,
Qalbiin na godaanse na nyaate keessa koo,
Ulfaadhuu naaf buli yaa qomoo tiruu koo,
Siif kennee fudhadhu jaalala Oromummaa koo!!!
OROMHORO11 1 year ago
well done.!!!!!!!!!!!!!
MrBulbulaa 1 year ago
galatoomi Hirphaa!!! yeroo dheeradhaf badee turte, akkasuma dalagaa garii qabate dhiihatu keettif galaani guuddodha. gara fuuldurattis ka kanna..........
olii66 1 year ago
wow sirbaa haalan namatti tolu
Hirphaa baga nagaan dhufte
rabbi si yaa eebbisu; yaa ilma
biyyaa; sabboonaa oromoo.
jabaadhu.
bakkalchoo 1 year ago
thanks Hirpha!!!!!!!!!! a very sad story :( and loved it <3
babeMTW 1 year ago
clipni kuni heduu garidha malif yoo gatee wallen in walistu giruu dhala takka jalal irra walisa hin jiru beyte
biyya alaa ke jirchu isaa iraa afan oromo baresu hin bekuu qajeloti dhifama yoo sii galuu dide halla at me
spsko2010 1 year ago
Ganfurree Oromo wel-come back! Sirbi kee baayyee namatti tola, baayyee garaa nama raasa, I love you brother,
God bless you much
Keep up!
MrGonfa 1 year ago
hirpa galtoomi Sirbi kee heddu bareda we love you much,
YitbaH 1 year ago
Ammas irra deeb'een galata argadhun jedha Hirpha...
SurraaOromiyaa 1 year ago
Ganfuree in the house wow
we love you ma nigga!!
MrBunnaya 1 year ago
Oh My God, Hirpa Ganfure is back. Good job Ganfure ilma Oromoo. Maaloo kottu gara US si barbaanna goota Oromoo. You are always best Hirpa Love you so much
tesfayegari 1 year ago
Recogonise Ganfuree is back good job i love it !!!!!!!!!!!!!!
oromtichaa 1 year ago
DHAGGEEFFADHE DHAGGEFFADHEE ,..................DHABUUN DADHABEE BAAYYEE BAREEDADHA
biyyaakoo 1 year ago
hi aboo sirbii kunii gutumati biyaa sirbaa bareedadhaa...
garuu clipni wanaa toko seena sirbaa hini ibisuu. maloo iraa dhebihii clip kanaa sireesii. mali garuu sibii akkanatii bareedu wowwwwwwwww jabaduu
oromia22 1 year ago
yaada keef galatoomi irratti hojatama jira
garjjoo 1 year ago
haalan bareddaa. jaabadhu sanyi mooti! Guyyaan gaala ke hin oluu qaabson haadhoftu ilee!
misgeable 1 year ago