RAWI
9:59
Added: 2 years ago
From: monegirma
Views: 37,931
Sort by time | Sort by thread (beta)

Link to this comment:

Share to:

All Comments (15)

Sign In or Sign Up now to post a comment!
  • fiilmichi baay'ee namatti tola waggaa lama dura finfinne agoona cinimaatti ilaaleen ture ergasii garuu hiriyoota kiyya waliin ilaaluuf jenneetu dhabne; maaloo haala ittiin argachuu danda'u gurra na buusaa dhiiroo! ykn immoo nuuf gadhiisaakaa website kanarratti

    hundumti keessaniyyuu ulfaadhaa!

  • the girl at 3:43 looks exactly like my uncle's wife, and they have same way of speaking and behaving only she is a Guinean fulani. from Pita region in fouta jallon. Im starting to believe that ethiopians and fulanis have common ancestry. I have my friend who is habesh who insist fulani and ethiopian u cant differ. she married a fulani too and she say everyone think he is habesh

  • Fiilmiin kunis ta'e qooddattoonni isaa baay'ee namatti tolu. garuu ani wantin barreessaa fiilmichaa komadhe yaadni hundumtuu rarra'ee hafee jira. keessattuu kan Olii, Raawwii fi maatii ishee ifaan ifatti daawwattootaaf ifa ta'uutu irra ture. barattootni afaanii marti kana xiinxaluunsaanii hin oolle. hundarrammoo baay'ee gaariidha jabaadhaa, suura Naardos(Raawwii) irraa garuu jaalalatu na qabe.

  • rawi an interesting film going to bee watched at haramaya university, harar campus, every oromo student should enjoy it!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!­!!!!!!!!!!!!.

  • i can't wait to see the whole movie. This is awesome movie God bless Oromo

  • do these people know how to rate?

  • I can't wait to see z whole. Tatek, I never know u as an actor. U did it!!!!!

  • I can't wait to see the whole!

    Tatek, you are such an actor! I never expected. I know you in AAu

  • dansaa dha garuu qooqa hormaa dhiisaatii afaan oromoo guddisaa!!! Ingiliffa sana gara fuula duraatti irra darbuu yaalaa jechuu kiyya. Hundi keessaniyyuu sagalee fi dandeetii gaarii qabdu!

  • I share ur idea, but films r reflections of daily life. This is how we always talk. Their intention may be ,is, to help as to realize how we are communicating! what do you think?

  • tole.

  • or tell me where i can get the DVD from

    thank u

  • please post the rest

  • part warra hafees qilleensa nu olchii

  • where can i find this film/video?

Loading...
Alert icon
0 / 00Unsaved Playlist Return to active list
    1. Your queue is empty. Add videos to your queue using this button:
      or sign in to load a different list.
    Loading...Loading...Saving...
    • Clear all videos from this list
    • Learn more