Added: 2 years ago
From: LeencaOromo
Views: 19,303
Sort by time | Sort by thread (beta)

Link to this comment:

Share to:

All Comments (11)

Sign In or Sign Up now to post a comment!
  • I like this music, it is orginal and sweat. Keep it up Ratta. This reminds me where I grew up. My country is beautiful and I always dream of it.

  • yeroo hunda balaa guddaan oromoo..ormaa miti..siyaasaa miti...mootummaas miti...oromoon walirraa hafuufii..aadaa gara garaa jiru waliin midhaksee walii dinqisiifachuu dhabuu isati..anatu sirridhaa kan jedhu balaa qaba...waan fehde yaa ta'u aadan oromoo hundinuu kan oromooti..salaale immoo sirbaaf halagaanuu ni ragaa baha oromoo mitii...natti tolee jiraa tii ija sirraa yaa cabsu gurbaa!!

  • oromia baraduu oromtiichaa baradaa oromtitii baraduu i love my people we will be free yoo rabbii jadhaa inshaALLAH

  • badhasso,

    Kanan jechuu barbadee aniis nama salaletii sirbaa kanas bayeen jaladhaa.

    Sirba kana jalachudhaf garuu nama salalee ta'uu ni qabduu, sirba jalatama wan ta'ef oromoo hundaa kessatii jalatama dha malee wan salalee tanefii mitii jechun barbadee.

    Hope it is clear now. I just wanted to agree with you in appriciating the song. At the same time I wanted to mention that the soong is loved all accross Oromia not only in Salalee

  • Comment removed

  • badhasso, I am also from Salale. Actualy it doesn't matter wether you are from salale or not. u just can't help loveing such songs.

    Thanks Leencaoromo for posting such nice songs.

    Sirba akkana kanan dhagaya gudadhee wan ta'efuu yadannoo bayeen qaba

  • Comment removed

  • Comment removed

  • LeencaOromo,

    Galatoomi. Sirba bareeda dha.

  • Lenca oromo galatoomi vedio bareeda kana maxxansuu keetif.

    Gaafin qaba garuu;

    Diinqa rafuun hanga abbaan Correedha galutti jedha. Yoo abban Corre dhagale hoo eessa rafu?

  • Comment removed

Loading...
Alert icon
0 / 00Unsaved Playlist Return to active list
    1. Your queue is empty. Add videos to your queue using this button:
      or sign in to load a different list.
    Loading...Loading...Saving...
    • Clear all videos from this list
    • Learn more